Dastaa Insermu Roorotu Biya Abbaa Kootii baase Canadatti Na Hambisee
Dhalli namaa waan hedduu hojjachuu danda’a.
Nama uumama kamiyyuu caalatti jiraachuu fi yaaduu kan isa dandeessisu mul’ata haaraa qabaachuu, waan fuuldura isaa jiru beekee xiyyeeffannoon jiraachuu fi itti adeemuu isaati.
A. Wanta ta’uuf jirtu maalitti akka adeemtu har’a irra dhaabbattee fakkii sirrii isaa arguu qabda.
B. Karoorri kee (Abjuun kee) yeroo hundumaa hojii kee ta’uutu irra jiraata.
C. Adeemsa kee mirkaneessaa (Challenge hir’isaa) adeemuu qabda.
Namni kamiyyuuu haa xiqqaatuu haa guddatuu mul’ata mataa isaa qaba.
I HAVE DREAM!
Ani mul’ata nan qaba yommuu jettu kanneen armaan gadii walbira qabi (consider) godhi!
The Three Point Important for your Vision Development:-
I. Mul’ata kee adda baasi! (Picture)
II. Kaayyoo fi Karoora Qabaadhu! (Plan)
III. Irratti Hojjadhu! (Process)
Namoonni addunyaa keenya kana irratti beekamtii gurguddaa qaban hundi baratanii miti, mul’ata qaban akkaataa ta’uun itti fayyadamaniiti malee.
Leenjii ijaarsa dhuunfaa/Sammuu
Personal Development Training
Leenjii dhugaatti namni eenyummaa isaa beekuu fi abjuu isaa argatee fulduratti imaluuf garagaruuf leenjii Eenyummaa keenya gabbisuu fi caalaatti jabaanne akka tarkaanfannu nu godhudha.