wabiif

My WordPress Blog

Gorsaa(Mentor)

Success Is The Wish Of Every Human Being Born In The World.

Milkaa’inni nama addunyaa kan irratti nama ta’e dhalate hundumaaf hawwiidha. Hiikkaa namni milkaa’inaaf qabu addaa adda malee namni hunduu milkaa’ina ni barabaada.

Namni milkaa’ina biraa ga’uuf gatii guddaa itti kaffaluutu irraa jiraata. Namonni baayee garuu milkaa’inaaf hawwii qofa qabu.

Qabxiilee Milkaa’ina si gonfachiisan.

A) Tokko filadhu “Hunduma jaallataan tokko dhaba.

B) Namoota waliin hariiroo gaarii Uumadhu. “Amalli gaariin ollaa hamaa wajjiin nama bulcha.

C) Tooftaa hojii kee yeroo yerootti jijjiiri.

D) Haasaa keessa hin oliin.

E) Wanta sin galchine keessa hin galin.

F) Gara dhiifamaa qabaadhu “Namni dadhabaan tasuma dhiifama hin beeku, dhiifamni amala namoota jajjabooti Mahaatama Gaandii.

G) Namoota booda rafi, namoota durammoo ka’i Waadaa kee eegdee mul’ata kee galmaan ga’uuf namoota huunda booda rafi, hunda durammoo barii barraaqaaan ka’i.

H) Namoota si waliin sochootu addaan baafadhu.

Egaa gaafa ati Mul’ata kee hojiitti hiikuuf kaatu mul’anni kee namoota gosa lama si faana sochoosa.

1) Namoota mul’ata kee si jaallatanii,mul’ata kee deeggaran siif kaasa.

2) Namoota mul’ata warraa faallaa kee deemuun siins mul’ata kee awwaaluu barabaadan immoo sirratti kaasa.

I) Utuu hin hubatin dubbachuu fi hojjechuu irraa of qusadhu. Namni beekaan wanta dubbatuu fi hojjetu nama hubateedha. wallaala garuu hubannaa dhabuutu isa kuffisa.

J) Yeroo hundumma nama dubbisu ta’i
“Wanti guddaan gatii ati kitaabatti baastu miti, gatii ati yoo hin dubbisne baastuudha.

INISTALL

wabiif

Hello, I am Abayineh from Ethiopia , Founder of this website wabiif.com. Welcome to wabiif.com! Education center. At wabiif.com we are passionate about helping you in the online world. Although you’re interested in making money online you’ve come to the right place. Our mission is to provide you with valuable insights, We understand that the internet offers countless opportunities. We are here to guide you every step of the way. At wabiif.com we believe that knowledge should be accessible to everyone. If you have any questions or proposals, please do not hesitate to contact us. Thank you for visiting wabiif.com.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *