To all Ethiopians happy to transition Day for new year
Qammee Ethiopians transition Day.
To all Ethiopians, Happy sep 6/2024 “Transition Day”!!!
Wabiif.com – May 1/2016 – The “Transition Day” is being celebrated across the country today.
The Government Communications Service announced that today will be marked as a national “transition day”.
He mentioned that the transition from one stage of life to another is a natural process.
The month of May is the end of the old year and we move on to the new year, he said.
We’ve had a lot of problems in the 6 years of change. We have faced devastating wars, conflicts and foreign diplomatic pressures.
However, with the cooperation of our peoples, leadership determination and wisdom, we have been able to overcome the challenges we faced, he said.
Itiyoophiyaanota hundaaf, Baga Qaammee 1/2016, “Guyyaa Cehumsaa”n nagaan isin gahe !!!wabiif.com– Qaammee 1/2016 – Har’a Guutuu biyyaatti “Guyyaan Cehumsaa” sirnoota garaa garaatiin kabajamee oola.
Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa guyyaan har’aa akka biyyaalessaatti moggaasni ‘’guyyaa ce’umsaa’’ haala ho’aan kabajamee akka oolu beeksiseera.
Ce’uumsi boqonnaa jireenyaa isa tokkorraa gara kan biraatti kan taasisnu adeemsa uumamaa ta’uu eereera.
Baatiin qaammee barri moofaan xumuramee gara waggaa haaraatti kan itti ceenudha jedheera.
Waggoota 6’n jijjiiraamaa dabarsineetti rakkoolee baay’een nu mudataniiru. Waraana biyya diiguu danda’u, walitti bu’insaafi dhiibbaawwan dippiloomaasii alaa nu mudataniiru.
Haa ta’uti tumsa ummattoota keenyaan, kutannoo hoggansaafi ogummaan qormaatawwan nu qunnaman ce’uu dandeenyeeras jedheera.